Eertiraa

Oduu Simbirtuu: Ajajaan humna Waraanaa Eertiraa, jeneraal Filiippos WoldeYohaannis waldhabdee waraana Eertiraa gidduutti dhalateen rasaasaan rukkutamuun dhagahame.

Oduu Simbirtuu!Ajajaan humna Waraanaa Eertiraa, jeneraal Filiippos WoldeYohaannis waldhabdee waraana Eertiraa gidduutti dhalateen rasaasaan rukkutamuun dhagahame.   Yeroo ammaa kana waraana Eertiraa keessatti warra baddaa(Tigiraay waliin firummaa qabaniifi Warra gammoojjii hordoftoota amantaa musliimaa kan baay’atan [Read More]