
Ilmaan Oromoos gara WBOtti fiiguu qofatu isin baasa!!
Ilmaan Oromoos gara WBOtti fiiguu qofatu isin baasa!! Hoogganaan waliigalaa waraana lafoo pp Mollaa H/maarem bilxiginnaa ganee gara maatii isaatti galuun simannaan howwaa taasifameeraaf. Ilmaan Oromoos gara WBOtti fiiguu qofatu isin baasa. Oda Labsi Fajji