Oromoo
Sports

Baga Gammaddan Ilmaan Oromoo!

Baga Gammaddan Ilmaan Oromoo!   Yoomiif Qajeelchaa fiigicha M 5000 1ffaa yoo bahu Sifan Hassan ammoo M 10,000 inumaa rikardii #Aworooppaa cabsite #Siifan Intala Oromoo biyya Netherlands f fiigdu dorgommichis achuma magaalaa Hengilootti geggeefame.   [Read More]