News

QophiiIrreechaa2017-Kun qophii Irreechaa Bishooftuu,

September 6, 2017

QophiiIrreechaa2017-Kun qophii Irreechaa Bishooftuu, Harsadiitti, gaaddisa Abbaa Gadaa Bayyanaa Sanbatoo jalatti gaggeeffamaa jiru. Abbaan Gadaa kun dargagoota waliin tahuun dirree Irreechaa akkanatti qulqulleessanii qopheessaa jiran.

1 2